{"id":1052,"date":"2025-06-19T16:27:21","date_gmt":"2025-06-19T16:27:21","guid":{"rendered":"https:\/\/eotc-gssu.org\/ao\/?p=1052"},"modified":"2025-06-30T10:19:45","modified_gmt":"2025-06-30T10:19:45","slug":"ergamoota-ijoo-keessaa-tokko-mikaael-na-gargaaruuf-dhufe-daan-1013","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/eotc-gssu.org\/ao\/ergamoota-ijoo-keessaa-tokko-mikaael-na-gargaaruuf-dhufe-daan-1013\/","title":{"rendered":"&#8220;Ergamoota ijoo keessaa tokko Mikaa&#8217;el na Gargaaruuf dhufe.&#8221; Daan 10:13."},"content":{"rendered":"<p>Mikaa&#8217;eel jechuun akka Waaqayyoo Kan Jiru Eenyu jechuudha. Kunis akka Waaqayyootti Amala Isaatiin Qulqulluu Kan Ta&#8217;e, akka Waaqayyootti Qulqulluu Kan Ta&#8217;e,mudaa Kan hin qabne Eenyu Kan Jedhuudha. Amaluma Isaatiin qulqulluu kan ta&#8217;e Waaqayyoo Malee Hin Jiru waan ta&#8217;eef.<\/p>\n<p>S.Keessa Deebii 33:26<\/p>\n<p>Waxabajjij 12: Angafa Ergamootaa Qulqulluun Mikaa&#8217;eel Guyyaan Itti Muudame Ni Kabajama. Akkasuma Xalayaan\u00a0 Baahiraan Du&#8217;a Irraa Gara Jireenyaatti kan Jijjiirame Fi Qulqulleettii Afoomiyaan Seexaana irraa Ishee Fayyise guyaa itti\u00a0 Yaadatamuudha.<\/p>\n<p>\u201cKunoo, ani karaa irratti akka si eeguuf, iddoo ani qopheessettis akka si geessuuf Ergamaa koo si dura nan erga.\u201d<br \/>\n\u2014 Bau. 23\u136520<\/p>\n<p>Ergamaan Kun Kakuu Moofaa Keessatti Israa&#8217;eloota Foonii Garbummaa Misir Jalaa Baasuun Bilisa Akkuma Baasee Fi Iddoo Dhaalmaa Isaanii Kana&#8217;aan Akka dhaalan daandii isaaniirratti hunda akkuma isaan eegaa ture Akkasuma Baahiraan Daandii Du&#8217;aa Inni Itti Deemaa Ture Gara Jireenyaatti Jijjiire, Afoomiyaas Harka\u00a0 Seexana Jalaa Baasee Kabajaaf Qaqqabsiisee.<\/p>\n<p>Seenaa Baahiran fi Qulqulleettii Afoomiyaa keessatti gargaarsi Ergamaa Kanaa jireenya keenya keessatti kiristaanotaaf barumsa humna guddaa qabudha. Qulqulluun Mikaa&#8217;eel Ykn Ergamoonni jireenya guyyaa guyyaa dhala namaa keessatti adeemsa mootummaa Waaqaa dhaaluuf imalan Keessatti Kan Gargaaraniidha. Qulqulluun\u00a0 Phaawuloos Ergaa Isaa Gara Ibrootaaf Barreesse Keessatti akkas jedhee barreesse:<\/p>\n<p>\u201cIsaan kun hundinuu Afuurota hojii, warra fayyina argachuuf jiraniif hojjechuudhaaf ergaman mitii ree?\u201d\u00a0 Ibr. 1\u136514<\/p>\n<p>Har&#8217;as Nuti Angafni Ergamoitaa Qulqulluun Mikaa&#8217;eel Akkaa Mootummaa Waaqayyoo Dhaalluuf Kan Nu Tajaajiluu Fi Gargaaruu Mitii Ree? jennaan.<\/p>\n<p>Amanuu,Cuuphamuu &#8211; Hojii gaarii hojjechuun seeraa fi heera Waaqayyoo Eeguun fi Gaabbii Galuun Kun Hundi Daandii fi wantoota mootummaa Waaqayyoof Nama Qaqqabsiisaniidha.<\/p>\n<p>Angafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa&#8217;eel .<\/p>\n<p>Namaaf Kan Na&#8217;u, Yaadu, Yeroo dhiphinaas kan nama jajjabeessu, yeroo dadhabbiis kan nama jabeessu, yeroo gaddaa kan nama tasgabbeessuu dha. Luqaas 22: 43, Daan 10:20.<\/p>\n<p>Gidiraa foonii fi lubbuu irraa nama kan fayyisuu dha. Faar 33:7: S.Uum 48:16 Ibr 1:14<br \/>\nWantoota Hamaa Dhala Namaa Mudatan Hunda Irraa Nama Eega.\u00a0 Daan 10:13, Daan 12 :1<\/p>\n<p>Namootaaf Waaqa isaanii irraa ni kadhataaf.<br \/>\nZak 1: 12-13 .<br \/>\nErgamaa nama hundumaaf gaarii hojjetuudha. Henok 6: 1-2.<br \/>\nErgamaa ulfina qabeessadha. Lafti hundinuu ulfina Isaa Irraan Kan Ka&#8217;e,ni ifti. HoE 10:1, Mul&#8217;ata 18 :1 .<\/p>\n<p>Barsiisaa gad of qabuu nama barsiisuudha. Kanaanis Barsiisaa Kasoominaa Jedhama. Yihudaa 1:9<\/p>\n<p>Fayyina namaaf gammachuu kan taasisuudha. Luqaas 15: 7 .<\/p>\n<p>Eegumsi fi gargaaris Ergamaa Qulqulluu Mikaa&#8217;el Lafa Kannarrattii Fi Samiittis Nu Haa Eegu.<\/p>\n<p>Ayyaana Gaarii!!!<\/p>\n<p>Tokkummaa Manneen Barnoota Sanbataa<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Mikaa&#8217;eel jechuun akka Waaqayyoo Kan Jiru Eenyu jechuudha. Kunis akka Waaqayyootti Amala Isaatiin Qulqulluu Kan Ta&#8217;e, akka Waaqayyootti Qulqulluu Kan Ta&#8217;e,mudaa Kan hin qabne Eenyu Kan Jedhuudha. Amaluma Isaatiin qulqulluu kan ta&#8217;e Waaqayyoo Malee Hin Jiru waan ta&#8217;eef.<\/p>\n<p>S.Keessa Deebii 33:26<\/p>\n","protected":false},"author":6,"featured_media":1053,"comment_status":"closed","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[7,6,1],"tags":[],"class_list":["post-1052","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-sirna-barnootaa","category-odduu","category-uncategorized"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/eotc-gssu.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1052","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/eotc-gssu.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/eotc-gssu.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotc-gssu.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/users\/6"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotc-gssu.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1052"}],"version-history":[{"count":5,"href":"https:\/\/eotc-gssu.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1052\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":1055,"href":"https:\/\/eotc-gssu.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1052\/revisions\/1055"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/eotc-gssu.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/media\/1053"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/eotc-gssu.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1052"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotc-gssu.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1052"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/eotc-gssu.org\/ao\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1052"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}