Kooree dhabbii dhimma walquunnamtii

“Obbollonii gamtaan ( waliin) yoo ta’aan akkam gariidha akkamiis (baredadha) namattii tola”. faar 133:1

Kooreen dhabbii dhimma walqunnamtii kan tokkummaa manneen barnoota dilbata kan tessoo patriyarika, tajajila mannen barnoota dilbataa hojjiimaata dhabbilee ta’een daran akka cimuu fi guutu addunyattii bifa walfakkataa ta’een akka dhaqabuuf sirna walqunnamtii bara bitee dirirsudhaan manneen barnoota dilbataa jiiduutii walitti hidhaminsa tajajiilaa ciimaa ta’ee akkasumas gamtaan(tokkumman) kiristanummaa akka ummamuu fi miseensonnii MBD(manneen barnoota dilbataa) hawwasa jirataan keessa dhibbaa gaarii akka ummaniif ni hojjeta(godha). Tajajilaa kanafis guutu addunyattii ijaarafi qajelcha MBD tessoo patriyarikii irraa hanga MBD bataskana nannicha ga’uutii akka sirna mannen barnota dilbataa kan bataskaana Itiyoophiyaa ortoodoksi tawahidoo jarmiyaa (ijarama) dirire keessatti odeffannoo kallatti hundanu jiruu to’achuu fi qindessudhan MBD guutu addunyatti argaman gadisa mana kiristanaa tokkittiti walittiqabamuun mana kristanaa tokkitiif ergama duka bu’ummaa fi mul’atni MBD akka galma ga’uuf arifachuu fi MBD maqaa gaari akka horataaniif ni qindeessa ni gargara.

‘Facebook’n nu qunnamaa