Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itoophiyaa Teesso Paatriyaarkii Qindeessaa Manneen Baruumsa Sanbataatti Yaa'ii walii galaa Gamtaa Manneen Baruumsa Sanbataa
  • Jalqaba Fuulaa
  • Waa’ee keenya
    • Odeeffannoo Bu’uuraa
    • Gurmaa’insa caasaawaa
  • Kutaalee Tajaajilaa
    • Kooree dhabbii dhimma walquunnamtii
    • Kooree dhabbii dhimma barumsa fi leenjii
    • koree dhaabbii dhimma faaruu fi isaan walqabatan
    • Koree dhaabbi dhimma karooraa
    • Kooree dhaabbii dhimma misooma fi of danda’uu
    • Kooree dhaabbii dhiimma bulchinsa fi faayinansii
    • Kooree dhabbii dhimma odeffannoo
    • Koree dhaabbii qo’annaa fi qorannaa
    • Koree dhaabbii qophii ayyaanaa
  • “Sirna” Barnootaa
  • Pirojektoota
  • Nu Argadhaa
  • Menu Menu

Piroojektiiwwan tokkummichi hojjechaa jiru

Bu’uura karoora isaatiin, piroojektiiwwan raawwachiisoon  qophaa’anii mana lubummaa waliigalaaf kan dhiyaatan yammuu ta’u, karoora isaatiin galteewwan ijoo garaagaraa galma geessisuuf piroojektiidhaan akka qajeelfamaniif kallattiin kennameefii, karaa qulqulluu patriyaarikii sinoodoosii dhaabbataatiin ilaalamee hojii jalqabeera

Piroojektiiwwam kunneen bal’aa ta’uu isaaniiraa kan ka’e damee saditti qoodamanii dhiyaataniiru. Kunis,

  1. Damee sirna barnootaa qopheessu fi hojiirra oolchu
  2. Damee miidiyaa (Sab-quunnamtii) fi teknooloojii
  3. Damee dandeetti guddisuu fi adeemsa hojii caasaan qindaa’e

1. Damee sirna barnootaa qopheessu fi hojiirra oolchu

  1. Qophii kitaaba qajeelcha sirna barnootaa M/B/Dilbataa.
  2. Qophii kitaaba qajeelcha sirna barnootaa M/B/Dilbataa (Hiika Afaan Ingiliffaan, Afaan Oromoo, Afaan Tigriffaan);
  3. Kutaa 1ffaa-4ffaa; Qophii kitaabolee 27.
  4. Kutaa 5ffaa-8ffaa; Qophii kitaabolee 28.
  5. Kutaa 9ffaa-12ffaa; Qophii kitaabolee 26.
  6. Kutaa 1ffaa-12ffaa Qophii hiikaa kitaabolee 81 (Afaan Ingiliffaan, Afaan Oromoo, Afaan Tigriffaan).
  7. Hundeeffama dhaabbata leenjii barsiisotaa M/B/Dilbataa
  8. Hundeeffama gidduugala guddina og-barruuwwanii
  9. Hundeeffama dhaabbata oomisha meeshaalee barnootaa
  10. Hundeeffama gidduu gala guddina Barnootawwan ….?.[የተጓዳኝ]

2. Damee Miidiyaa fi Teknooloojii

  1. Piroojektii barnoota M/B/Dilbataa ijaarsa stuudiyoo teeleevizyiniitiin fi galtee guuttachuu.
  2. Piroojektii qophii maxxansaa
  3. Piroojektii tajaajila quunnamtii hawaasaa
  4. Piroojektii ijaarsaa fi qindeessa gidduu gala barnoota suur-sagalee? [Virtual]?
  5. Piroojektii Softiweerii fi appilikeshinii (mosaajjii) misoomsuu
  6. Proojektii databeesii odeeffannoo qindeessu misoomsuu

3. Damee dandeettii guddisuu fi adeemsa hojii caasaan qindaa’e

  1. Hundeeffama dhaabbata gaggeessaa fi tajaajiltoota baasu.
  2. Piroojektii qajeelcha caasaa raawwachiistuu fi qophii maanuyaalii
  3. Piroojektii leenjii dhaabbataa gaggeessummaa fi bakka bu’ootaa.
  4. Piroojektii hordoffii caasaan qindaa’e, odeeffannoo fi sirna raawwii karooraa.
Share this entry
  • Share on Facebook
  • Share on X
  • Share on WhatsApp
  • Share on Pinterest
  • Share on LinkedIn
  • Share on Tumblr
  • Share on Vk
  • Share on Reddit
  • Share by Mail

Search Search

Recent Posts

  • Barattoota mana Barumsaa Sanbataa kutaa 12ffaa bara 2017 akkaataa kaarikulamiitiin barachaa turaniif qormaanni moodeela kennameera.
  • “Ergamoota ijoo keessaa tokko Mikaa’el na Gargaaruuf dhufe.” Daan 10:13.
  • Koree dhaabbii qophii ayyaanaa
  • Koree dhaabbii qo’annaa fi qorannaa
  • Kooree dhaabbii dhiimma bulchinsa fi faayinansii

Archives

  • July 2025
  • June 2025
  • September 2021
© Ethiopian Orthodox Church Global Sunday School Union | Website by atbiya.com
  • Link to Facebook
  • Link to Youtube
  • Link to Telegram
  • Link to TikTok
Link to: Kooree dhabbii dhimma walquunnamtii Link to: Kooree dhabbii dhimma walquunnamtii Kooree dhabbii dhimma walquunnamtii
Scroll to top Scroll to top Scroll to top