Koree dhaabbi dhimma karooraa

“Yoo gooftaan eyyame yoo jiraannes kana yookiin kaan ni raawwanna jechuun nurraa eeggama…”  Yaaq 4:1

Teessoo paatriyaarikiitti tokkummaan manneen barnoota dilbataa guutuu addunyaatti jaarmiyaa qabuun bifa walfakkaataa fi itti fufaa ta’een hojimaata yeroo isaa eeggate tajaajila saffisiisuuf akka eeyyama waaqayyootti yeroo fagoo fi yeroo dhiyootii sagantaalee fi mala karoora bulchiinsaa hojiirraa oolan ni qopheessa. Manneen barnoota dilbataa daa’immaniif guddatootaa fi dargaggootaaf tajaajiloonni kennan addunyaa kanarrati carraalee yeroo yeroon uummamaniifii rakkoolee akkasumas kutaa lallaba hundattuu haala jiru sirna kiristaanummaan akka raawwatan mala afuura qulqulluun guutaman hordofuu ni yaala. Karooraa hamma raawitti adeemsa jiru keessattis teesso paatririkaa kaasse hanga atbiyaa mana kiristaanaatti ijaarsa manneen barnoota dilbataa ijaarsa diriireen mana kiristaanaa tokkittii jalatti walitti qabamanii ergama duuka bu’ummaa mana kiristaanaa tokkittii fi galma gahuu mula’ata manneen barnoota dilbataatiif gahee guddaa akka bahan hirmaannaa isaanii ni qindeessa raawwii isaanis ni hordofa.

‘Facebook’n nu qunnamaa