Kooree dhaabbii dhimma misooma fi of danda’uu

“waaqnii saamii nuuf rawwataa nu garboonnii(tajajiltoonnii) isaas kanee ni hojjanna”. Nih 2:20

Mannen barnoota dilbata tajajilloota afuurawwa kennanii fi hojjii gaarii kiristaanumma adda adda bifa walittifufaa ta’een akka hojjirra olchanii fi hawaasa hunda birattii akka babal’ataniif sagantaalee isaanii kan adeemsisan maddii galii gaha ta’ee isaan barbachisa. Tokkummaan manneen barnoota dilbata teesso patriyarikaa kooreen dhabbii dhimma misooma fi of danda’uu karoora kallattii misooma qulqulleettin manii kiristaana techiifteen hordoofudhan miseensoonni mannen barnoota dilbatas ta’ee amantoonni tola olaan, oggummaa isaanittin, humnaa isaanin, yeroo isaanittin fi qarshii isaanitiin mana kiristana fi hawaasa isaani tajajiluuf akka hirmaatan guutu addunyatti MBD teesso patriyarikaa hanga MBD mana kiristaana nannichatti jarmiyaa dirire keessatti kutaa misooma fi of danda’uu jalatti karoora tajajiloota adda adda ni qopheesa, rawwii isaanis ni hoordofa. Miseensonni MB dilbatas akka sadarka umrii isaanittin hojji misooma isaan gituu keessatti hirmaacha dandetti ogumma adda addaa isaani akka gabifatan fi mana kiristaana booru kan dhaalan, biyya isaani garummaan kan bulchan kiristanoota fekkenyummaa qaban akka ta’aan kara itti shakalan ni qindessa.

‘Facebook’n nu qunnamaa