Kooree dhabbii dhimma odeffannoo

“Waantii hunduu garuu seera fi sirnaan haa ta’uu ” 1ffa qor 14:40

Manneen barnoota dilbataa teessoo patriyaarika takkumman yaa’ii waliigala  kooreen dhabbi dhimma odeffanno guyya guyyan odeffanoota tajaiila manneen barnoota dilbataan walqabatuu fi  odeffanoowan gaarii akkasumaas seenale katabuun meshalee odeffannoo bara bitaniin, barreeffama, sagalee fi fakkiiwwaniin midiyaa odeffannoo itti fufa ta’ee ni hundessa. Addunyaa guututti weebsaayitii sadarkaa eeggate akkasumas weebsaayitii walitti dhufiinsa hawaasummaa akaakuun kan jiran sochii manneen barnoota dilbataa ummata kiristaanaaf ni beeksisa.tajaajilli manneen barnoota dilbataa yeroo yeroon kan bara bite yookiin bara wajjiin deemuu ta’uu isaa qo’annaa ragaan deeggareme fi karooraan fooyya’aa akka deemuu fi dhalootaa dhalootatti akka darbu wantoota barbaachisan ni qindeessa.

addunyaa guutuutti qindeessaa qajeelchaa manneen barnoota dilbataa teessoo paatriyaarikii hanga manneen barnoota dilbataa aaxbiyaa diriireen jaarmiyaa manneen barnoota dilbataa mana kiristaanaa ortodoksii tawaahidoo Itiyoophiyaa keessatti ragaan manneen barnoota dilbataa itti fufiinsaa fi saffisaan akka galmaa’u ,akka hiramuu fi galma gahiinsa karooraaf akka ooluuf mala barbaachisaa ta’e walitti qindeessuuf ni carraaqa.

‘Facebook’n nu qunnamaa