Koree dhaabbii qophii ayyaanaa

“Guyyaan waaqayyoo hojjete ishee tana yaa gammanu isheedhanis yaa gammanu… faaru” 117:24

 

Darbii darboo Manni kiristaanaa Ortodoksii tawaahidoo Itiyoophiyaa qabdu keessaa ayyaanni waltajii ni caqafamu.koreen dhaabbii qophii ayyaanaa manneen barnoota dilbataa ayyaanota waliin kabajan kan akka ayyaana fannoo fi cuuphaa akkasumas mannneen barnoota dilbataa sagantaa muuxannoo waljijjiirraa  addunyaa guutuutti qindeessaa qajeelchaa manneen barnoota dilbataa teessoo paatriyaarikii hanga manneen barnoota dilbataa aaxbiyaa diriireen jaarmiyaa manneen barnoota dilbataa mana kiristaanaa ortodoksii tawaahidoo Itiyoophiyaa keessatti haala ajaa’ibsiisaa fi haala hojii  walfakkaataa ta’een akka qophaa’u gochuuf ni hojjeta.qophii guyyaa ayyaana waggaa manneen barnoota dilbataas itti gaafatamummaa guutuun haala ni mijeessa.

‘Facebook’n nu qunnamaa