Mana Kiristaanaa Ortodoks Tawaahidoo Itoophiyaa Teesso Paatriyaarkii Qindeessaa Manneen Baruumsa Sanbataatti Yaa'ii walii galaa Gamtaa Manneen Baruumsa Sanbataa
  • Jalqaba Fuulaa
  • Waa’ee keenya
    • Odeeffannoo Bu’uuraa
    • Gurmaa’insa caasaawaa
  • Kutaalee Tajaajilaa
    • Kooree dhabbii dhimma walquunnamtii
    • Kooree dhabbii dhimma barumsa fi leenjii
    • koree dhaabbii dhimma faaruu fi isaan walqabatan
    • Koree dhaabbi dhimma karooraa
    • Kooree dhaabbii dhimma misooma fi of danda’uu
    • Kooree dhaabbii dhiimma bulchinsa fi faayinansii
    • Kooree dhabbii dhimma odeffannoo
    • Koree dhaabbii qo’annaa fi qorannaa
    • Koree dhaabbii qophii ayyaanaa
  • “Sirna” Barnootaa
  • Pirojektoota
  • Nu Argadhaa
  • Menu Menu

Kutaan Bulchiinsa Manneen Barnootaa Sanbataa barattoota kutaa 12ffaa akkaataa kaarikulamii Tokkummaa Manneen Barnootaatiin Sanbata Waxabajjii 22 hojiirra oolcheen barataniif qormaata moodeela kenneera.

Barattoonni mana barumsaa Sanbataa Mana Kiristaanaa madaallii kanaaf dhiyaatan barattoota bara 2015 B.A qormaata kutaa 10ffaa sadarkaa Kutaa Lallabaatti qophaa’e fudhatanii qormaata kutaa kana irraa gara kutaa 12ffaaf darban ta’uu beeksiseera. Qormaanni yaalii kun manneen barnootaa Sanbataa naannoo 12 Kutaa Lallaba Addis Ababa fi Gurage keessatti kan kenname yoo ta’u, qormaanni xumuraa ammoo Adooleessa 27/2017 B.A ni kennama.

Search Search

Recent Posts

  • Barattoota mana Barumsaa Sanbataa kutaa 12ffaa bara 2017 akkaataa kaarikulamiitiin barachaa turaniif qormaanni moodeela kennameera.
  • “Ergamoota ijoo keessaa tokko Mikaa’el na Gargaaruuf dhufe.” Daan 10:13.
  • Koree dhaabbii qophii ayyaanaa
  • Koree dhaabbii qo’annaa fi qorannaa
  • Kooree dhaabbii dhiimma bulchinsa fi faayinansii

Archives

  • July 2025
  • June 2025
  • September 2021
© Ethiopian Orthodox Church Global Sunday School Union | Website by atbiya.com
  • Link to Facebook
  • Link to Youtube
  • Link to Telegram
  • Link to TikTok
Link to: “Ergamoota ijoo keessaa tokko Mikaa’el na Gargaaruuf dhufe.” Daan 10:13. Link to: “Ergamoota ijoo keessaa tokko Mikaa’el na Gargaaruuf dhufe.” Daan 10:13. “Ergamoota ijoo keessaa tokko Mikaa’el na Gargaaruuf dhufe.”...
Scroll to top Scroll to top Scroll to top