Kooree dhaabbii dhiimma bulchinsa fi faayinansii

” lapheen abshaala bekumsa ni argataa, guurrii ogessootas bekumsa ni barbadii” fakk 18:15

 

Manneen barnoota dilbataa ergama duka bu’umma qaal awadiin kennameef ga’umsaan akka ba’aaniif bulchinsa gaarii kiristanumma hordafuun isaanirra egama. Bulchinsaa gaariin fi hogansa gaarii kiristanummaan kan qaban qajelfama bulchinsaa qophessu irra jalqabee tajajiiltoota tolan tajajilanis ta’ee tajajiltoota yeroo gutuun qaxaramanii tajajilan mana barumsa dilbatarra funanuu fi leenjii barbachisuu kennuun, qajeelfama hojii bocanni tarressun gosa hojjittin ramaduu, qarshii fi meshalee barbachisaan guutu, qindessu fi bulchuu, rawwii isaanii gamagamuu kan fakkatan hojjilee bulchinsa fi fayinansii keessa ni erramuu. Kutaan kun tajajiloota kanafi kana fakkatan guutu addunyatti mbd tesso patriyarikarra hanga mbd bataskaana nannichatti jarmiyaa mbd mana kiristana ortodoksi tawahidoo diriree keessatti miseensonni mbd turtii isaani keessatti bulchinsa gaari fi dandetti haganuu fudhachun kan ittin gudatan carra tajajilaa ummuuf ni yaala.

‘Facebook’n nu qunnamaa